Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Adaamaa Masjiida Umaritti geggeeffamaa jira.

Sagantaan Eebbaa kun hawaasa muslimaa magaalaa Adaamaatiin kan qophaa’e yoo tahu, keessumoonni iddo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni Muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuun qooda fudhataa jira.
Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Sheikh Hajjii Ibraahim, Finfinnee irraa
Ustaaz Haydar Kadiir, Finfinnee irraa
Ustaaz Muhammad Faraj, Finfinnee irraa
Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibuu-Ridallaah), Daayirektara ol’aanaa miidiyaa Nuuralhudaa
Ustaaz Abdulnaasir Abdii, Shaashamannee irraa
Ustaaz Mas’uud Nuuraa
Sheikh Ibsaa Hasan, Baalee Roobee irraa
Sheikh Xaahir Galatoo , Asallaa irraa
Sheikh Juneydii Umar
Sheikh Abdulqaadir Ahmad
Sheikh Abdulqaadir Umar
Sheikh Abdulgaffaar Sheikh Ahmad
Ustaaz Siraaj Abdulhamiid
Ustaaz Abdallaa Idriis
Munshid Injinar Abdurrahmaan Huseen fi keessummoonni biroo hedduun argamanii jiru.
rabbiin isiin yaa qarqaru jabaadha
magarasaabdala@gmail.com
Maashaa Allaah
Allaahu Akbar
jabaadhaa Rabbiin Isin wajjiin Haajiraatuu
isin wajjiin jirra inshaa Allaah
Haaluma kanaan itti fufaa
Maashaa Allaah
Allaahu Akbar
jabaadhaa Rabbiin Isin wajjiin Haajiraatuu
isin wajjiin jirra inshaa Allaah
Maashaa Allaah
Allaahu Akbar
jabaadhaa Rabbiin Isin wajjiin Haajiraatuu
isin wajjiin jirra inshaa Allaah
masha allah