OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii rakkoon humna Elektirkaa hamaan biyyattii muudatuu ibse
Ministeerichi ibsaa kenneen akka jedhetti, Sababni dhiheessiin Elektirikii biyyaatti keessatti addaan citaa jiruuf, bishaan elektirika gahaa maddisiisu hidhaawwan keessaa dhabamuu irraa kan ka’e tahuu beeksiise. Keessumattuu hanqina roobaa muudateen, hidha madda elektirikaa Gibee sadaffaatti kuusaan bishaanii hir’achuu ibsame.
Kanuma hordofuun tajaajilli elektirkaa guutuu biyyaatti dabareen kan kennamu tahuu ibse. Dabalataanis Ityoophiyaan elektirika Suudaan fi Jibuutii gurguraa turte kan dhaabde tahuu gabaafame.
baayee isiin jaalanna rabbiin jaazaa keessan isini haa kafalu. gaaffii qaba.tv nuuraalhuudaa frequency isa meeqa? jaazakallaahu keeyran.