OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Albamni Nashiidaa Munshid Jamaal Mangistuu galma bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti haala oowwaa ta’een eebbifamaa jira
Munshid Jamaal Mangistuu deeggarsa Jaarmaya Sumayyootaafii Bilaalotaatiin albama nashiidaa Haruuzaa kan qopheesse yoo tahu, Albamni nashiidaa kun guyyaa har’aa bakka Munshidoonniifi keessummoonni adda addaa argamanitti eebbifamutti jira.
Munashidootaa fi keessummoota sagantaa kana irratti hirmaatan jidduu;
- Munashid Kamaal Heebboo baalee Roobee irraa
- Munashid Awwii Kadiir Finfinnee irraa
- Daa’ii Ustaaz Ibsaa Hasan Baalee Roobee irraa
- Daa’ii Sheikh Hajjii Gammadaa Magaalaa Dodolaa irraa
- Daa’ii Sheikh Ismaa’il Huseen Shaashamannee irraa, akkasuma keessummoonni fi hawaasni muslimaa heddu galma bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti argamuun saganticharratti hirmaachutti jiru.
Albamni kun in shaa ALLAAH yeroo dhihoo keessatti karaa Nuuralhudaatiin isin dhaqqaba.
Masha Allah