header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Godina Bunoo Baddelleetti  Sirna Hundeeffama Jaarmaya Barnoota Da’waa fi Misoomaa sababeeffachuun konfiransiin guddaan geggeeffame

Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon fi hayyoonni akkasumas hoggantoonni mootummaa godinichaa argamanii jiru.

Keeysummoota argaman jidduu:

Sheikh Muhammad Nuur Abubakar

Sheikh Gaalii Muktaar

Sheikh Yaasiin Abbaa Giddii

Sheikh Maashar Abbaa Halqaa

Sheikh Abdurrazaaq Nasraddiin

Sheikh kaliil Muhammad Nuur  kan argaman yoo tahu, tuuta Miidiyaa Nuuralhudaa irraa ammoo Abu Huzeeyfaa  Nuural Islaam fi  Ustaaz Mas’uud Nuuraa Adaamaa irraa argamanii jiru.

 

5 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button