OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Mootummaan Naannoon Oromiyaa hidhamtoota 7,029f dhiifama godhuu beeksise
Itti aanaan preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hidhamtoonni dhiifamni godhameef warra mana hidhaa keessatti naamusa gaarii galmeessisuu isaanii boordii dhimmi ilaallatuun mirkanaa’e tahuu beeksise.
Obbo shimallis ibsa isaa kanaan, dhiifamni kenname yakkamtoota seeraan ala namoota daddabarsan, yakka ajjeechaa, mancaatii bosonaa, miidhaa dubartootaa fi daa’immanii raawwatan kan hin ilaallanne tahuu hime.
Hidhamtoonni lakkifamanis har’aa eegalee ummatatti kan makaman tahuu ibsame.
jabaadhaa
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu.obboleyyaan akiraa jabaadha wlh rabbiin isin waliin haajiraatu
akkaa kan daraan hojjatani rabbii wajjiin Itti amanaa INSHAA ALLAH
as wr wbr Islamic channel nural huda halaa gaarii demuu jirtan jabbadha rabbii isn biraa ha dhabbatuu
As wr wb
Kuni waan gaariidha
Kana caalaa hoojjadhu siin jenna
Maashaa Allaah
gaariidha!!
jabaadhu naaf jedhaanii
Waan gaarii dalagutti jirtanii
jabaadhaa ! Rabbiin isin haa gargaaru.
eeeeee
sofiya
ali