header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Indiyatti Balaa Ibiddaa mana barnootaa keessatti muudateen yoo xiqqaate lubbuun barattoota 20 dabruu gabaafame

Qondaaltonni biyyatti akka jedhanitti, balaa kutaa Gujiraat keessatti muudate kanaan barattoota du’aniin alattis 20 ol ammoo madaayaanii kan wal dhaanamaa jiran tahuu beeksisan. Barattoota balaa kanaan lubbuu isaanii dhaban jidduu muraasni aaraan ukkaamamanii gamoo irraa utaaluuf osoo yaalan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

5 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button