OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galaa waraanaa ittisa biyyaa ta’uun muudame
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad guyyaa har’aa Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galiii ittisa biyyaa, Meejar Jeneraal Mollaa Hayilamaariyam ajajaa Humna Lafoo, Dammallaash Gabra Mikaa’eel Daayrektara Olaanaa Tajaajila Odeeyffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa godhuun muude.