header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Finfinnee Walgahii ariifachiisaa geggeesse

Manni marichaa walgahii ariifachiisaa guyyaa Kaleessaa geggeesseen, gabaasa raawwii hujii ji’oota jahan dabranii dhageeffachuun irratti mari’atee jira.

 

Walgahii kana irratti Prezdantiin Mana Marii Dhimmoota Islaama Ityoophiyaa Muftii Haaj Umar Idiriis, itti aanaa Prezdantii Dr Jeylaan Haaj Khadiir, Barressaan mana marii Sheikh Qaasim Sheikh Muhammad Taajuu fi miseensonni mana marii Ulamaa’ota Ityoophiyaa hirmaatanii jiru.

 

Prezdantiin Mana Marii Dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee Haaj Abdulaziiz Wagguu gaaffii aangoo lakkisuu mana marichaatii kan dhiheesse yoo tahu, manni mariitis gaaffii isaa qeebaluun, guyyaa hardhaa hardhaa hogganaa haaraya kan filatu tahuus beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button