header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii ariifachiisa geggeesseen bajata bara 2012 raggaasise

Paarlaamaan Walgahii guyyaa har’aa geggeesseen karoora bajata bara 2012 dhiyaateef irratti mari’achuun sagalee guutuun raggaasise.

Haaluma kanaan Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baajata mootummaa Federaalaa labsii 1158/2011 ‘n Birrii biiliyoona dhibba 3 fi biiliyoona 86 fi miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 54 fi kuma dhibba 9 fi kuma 65 fi 289 raggaasiseera. Bajata kana keessaa:

 

1.Baasii idileetiif Birrii 109,468,582,456
2. Baasii kaappitaalatiif Birrii 130,710,876,568
3. Deeggarsa naannoleetiif Birrii 140,775,506,265
4.Raawwii misoomaatiif Birrii 6,000,000,000 kan ramadame tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Haaluma wal fakkaatuun Kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa wal gahii idilee guyyaa kaleessaa geggeesseen, Wixinee labsii bajata bara 2012 Birrii biiliyoona 70.16 akka tahu dhiyaate irratti eega mari’atee booda Caffee Oromiyaatiif kan dabarse tahuun beekamee jira.

 

 

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button