header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a Asmara seene

Ministeerri Odeeyfannoo Eertiraa Yamaane Gabramasqal akka ibsetti,  jilli mootummaa Ityoophiyaa Dr. Abiy Ahmadiin durfamu daaw’annaa hujii guyyaa lamaatiif har’a ganama Asmaraa seene. Prezdaant Isaayyaas Afaworqii dabalatee qondaaltonni mootummaa biyyattii heddu buufata xiyyaara Asmaraatti argamuun,  jila mootummaa Ityoophiyaa kana kan simatan tahuu ibsame.

Daaw’annaan hujii muummicha ministeeraa maal irratti akka xiyyeeffatu hin ibsamne. Haata’u malee biyyoonni lamaan wal dhabbii waggaa 20 ol jidduu isaanii ture furuun, hariiroo haaraya eega jalqabanii waggaa tokko kan guute tahuun ni beekama.

Abiy Daawannaa Asmara1

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button