OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Poolisiin Federaalaa maallaqa biyyoota alaa Dolaara miiliyoona 2 ol seeraan ala kuufame qabuu ibse
Komishiina Poolisii Federaalaatti Itti aanaan Daayrektra qorannoo yakka Faayinaansii Komandar Taaddasa Ayalewu FBC’f akka himetti, namoota Doolara Ameerikaa miiliyoona 2.4 dabalatee mallaaqa biyyoota gara garaa seeraan ala sochoosaa turan too’annaa jala oolchuu ibse.
Maallaqa kanneen jidduu, Dolara Ameerikaa miiliyoona 2 fi kuma 486, Pawundii UK kuma 55, Dolaara Kaanaadaa kuma 25 akkasumas maallaqni Awstiraaliyaa, Emreets, Sa’uudii dabalatee kanneen biyyoota biroots kan qabame tahuu beekamee jira.
Namoota maallaqa seeraan ala waliin qabaman irratti qorannoon barbaachisu xumuramee dhimmi isanii gara mana murtiitti kan dabre tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
masha allan
as.wr.wb masha.allah baayyee nama gammachissaa.
As wr wb jajjabaadhaa galatoomaa
galatoma
أسلام عليكم ورØمة الله وبركاته galata guddaa qabdaiii rabiin jazaa keessan isinii haa deephuu waa hundaan akka isin hordofnu firiikuweensii tv NRH AKKA ASIRRATTI NUU BAREESITAN KABAJAAN ISIIN GAAFADHAA JABAADHAA TUMSI RABBII ISIN BIRA HAA HAA JIRAATU
771925