OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Ministeera Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay waliin mari’ate

Ministeerri Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay Bruno Lamer daaw’annaa hujiitiif har’a Finfinnee kan seene yoo tahu, muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmad waliin deeggarsa diinagdee Faransaay Ityoophiyaa kennaa jirtu irratti kan mari’atan tahuu ibsame.

 

Dabalataanis Ministeerri Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay, dureeyyonni fi Kaampaaniwwan biyya isaa Ityoophiyaa keessatti investimantii akka geggeessan mootummaan haala kan mijeessu tahuu  hime.

 

 

One Comment

Comment

Related Articles

Back to top button