
Deeggarsi namoomaa kun gama dhaabbata mootummoota gamtoomanii Ajjeensii sagantaa nyaataatiin Ityoophiyaa gahe.
Related Posts
Guyyaa kaleessaa waajjira dhaabbatichaa magaalaa Finfinneetti argamutti qondaaltootni mootummaa Ityoophiyaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaadarri mootummaa Sa’uudii Saamii bin Jamaal sirna wal harkaa fudhiinsa geggeessuun gabaafame.