header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Waldaan Tokkummaa gargaarsa Lamummaa Barattoota Yaatiimaa fi Maatii Barattoota Yatiimootaa magaalaa Sagureetti argamaniif deeggarsa godhe

Godina Arsii aanaa Diggaluu fi xijjoo magaalaa Sagureetti “Waldaan tokkummaa gargaarsa lamummaa”guyyaa kaleessa barattoota Yatiimaa, maatii barattoota Yatiimootaa fi harka qalleeyyiif meeshaalee barnootaa, meeshaa manaa, uffata fi kitaaba Qur’aana dabalatee kitaaboota diin Islaam gara garaa kan arjoome tahuu gabaafame.

Sagantaa kana irrattis ulamaa’onn fi ustaazoonni bebbeekamoon argamu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button