header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Akka lixa Afriikkaatti Masjidni guddaan magaalaa guddoo Senegaal Dakaar tti eebbifame

Masjidni maqaa ‘Masaalikul Jinaan'(Daandii gara Jannataa geessu) jedhuun moggaafame kun yeroo tokkotti nama 30,000 kan keesummeessu yoo tahu, Ijaarsi isaa waggaa 7 fudhate. Jalqaba irraa hanga xumuramuutti horiin ijaarsaaf bahe doolaara Ameerikaa miliyoona 33 ol tahuu odeyfannoon ni addeessa

Masjidni Masaalikul Jinaan faaya adda addaatiin miidhaafamee , Minaaraa dheertuu meetira 78 lafa irraa ol fagaattu 5 qaba, Masjidni guddaan kun Juma’aa har’a kan eebbifame yoo ta’u, sagantaa eebbaa kana irratti Muslimoonni kuma hedduu lakkaa’aman kutaa biyyattii gara garaa irraa dhufanii hirmaatanii jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button