EeshiyaaOdeeyfannoo
Finciltoonni Huusii Yaman loltoota Sa’uudii Kumatamaan lakka’aman booji’u ibsan
Dubb himaan garee Finciltoota Huusii Yaman lola cimaa loltoota Sa’uudii fi Finciltoota Huusii jidduutti kibba Sa’uudii iddoo Najraan jedhamuutti gaggeeffameen, loltoonni waraana Sa’uudii Kumatamaan lakka’aman fi akkasumas Konkolaataan waraanaa gurguddaa fi meshaalee waraana hedduun booji’amuu ibse.
Ibsa Finciltoota Huusii kana ilaalchisee, deebisaan mootummaa Sa’uudii irraa haga ammatti Keenname hin jiru.
Ahmadmuhammadhaadii
By ydtdgs