header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Markabni Iiraan boba’aa fe’attee imalaa turte Galaana Diimaa keessatti rukutamuu gabaafame

Haleellaa rokkeetii ganama har’aa Galaana Diimaa keessatti Marka Dhaabbata Boba’aa  Iiraan irratti raawwatame kana hordofuun Markabbattiin kan boba’aa jirtu yoo tahu, Zeeytiin boba’aa litra miiliyoonatti shallagamu galaanatti kan dhangala’aa jiru tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Dhaabbanni Markaba Iiraan ibsa baaseen, Markabni dhaabbatichaa rokkeetii lamaan qarqara magaalaa Jiddaa irraa kilomeetra 100 irratti kan rukutamte tahuu ibsuun, hojjattoota Markabichaa irra miidhaan kan hin dhaqqabin tahuu beeksise.

 

Haleella qarqara magaalaa Jiddaa irratti raawwatamuu ibsame kana ilaalchisee mootummaa Sa’uudii irraa hanga ammaatti ibsi kenname hin jiru.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button