OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaata Magaalaa Holataatti muudateen lubbuun nama 17 dabruu gabaafame

Balaan kun galgala sa’aa 12:00 booda, Waliitti bu’iinsa siinoo fi hayiruufii jidduutti uumameen kan dhaqqabe yoo tahu, lubbuun nama 17 battalatti dabruu odeeyfannoon ni addeessa.

5 Comments

Comment

Related Articles

Back to top button