header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Gamtaan Biyyoota Islaamaa Karoora Baha Jiddu Galeessaa Bulchiinsi Traamp labse sagalee guutuun kuffise

Gamtaan Biyyoota Islaamaa IOC jedhamu, kan miseensa biyyoota 57 hammate “karoora nageenyaa”maqaa jedhuun labsii bulchiinsi Traamp torbee dabre baase irratti, Wixata har’aa magaalaa Jiddaa keessatti wal gahii ariifachiisaa geggeessee jira. Ministeeronni haajaa alaa biyyoota Gamticha xumura wal gahii isaanii irratti ibsa baasaniin, labsii Ameerikaa guututti kan kuffisan akka taheefi, biyyoonni miseensa gamtichaa hundi labsii kana ilaalchisee raawwi isaatis tahee haala biraa kamiinuu kan hin tumsine tahuu ibsan.
Haaluma wal fakkaatuun guyyaa sadi dura Gamtaan Biyyoota Araba karoorichi hawwii walabummaa fi mirga Falasxiinotaa kabachiisuuf ulaagaa gadi aanaa tahe hin guutu jechuun kuffise. Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomaniitis labsii Ameerikaa kana seera addunyaa kan cabse jechuun kuffisuun isaa ni yaadatma.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button