header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Hurrumuutti Masjiidaa fi Madrasaa ijaaruuf birriin 2,000,000 ol walitti qabame

Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Hurrumuu magaalaa Hurrumuutti, guyyaa har’aa Konfiransiin guddaan geggeeffame, kaayyoon konfiransii kanaa magaalaatti keessaatti masjidaa fi madrasaa ijaaruuf galii walitti qabuuf yoo tahu, hawaasni muslimaa magaalaa Hurrumuu fi naannawa isii, akkasumas Ulamaa’onni fi Ustaazonni iddoo gara garaa irraa dhufan kan irratti hirmaatan tahuu beekameera.

Hawaasni Muslimaa sagantaa kana irratti hirmaates ijaarsa masjiidaa fi madrasaa kanaaf birrii Miliyoona lama ol walitti qabuu odeeyfannoon ni addeessa.

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button