header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
KoroonaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 251 gahe

Qorannoo COVID-19 naannichaatti sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 240’f taasifameen, namoonni qabaman 16 argamu biiroon fayyaa naannichaa beeksise.

Namoonni 16’n hardha qabamuun isaanii mirkanaawe kun,namoota umriin isaanii 14-43 jidduutti argaman yoo tahu, dhiira 12 fi dubartii 4 tahuu gabaafame.

Hanga ammaatti lakkoofsi namoota naannichaatti dhibee kanaan qabamuun mirkanaawe 251, kan du’e 8 fi kan fayyaan immoo 47 tahuu gabaasni biiroo fayyaa naannichaa irraa arganne ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button