header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Poolisiin Oromiyaa lakkoofsi namoota ajjeefamanii 166 ol tahuu beeksise

Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun mormii magaaloota godinaalee Oromiyaatti ka’en, yoo diqqaate namoonni 166 Oromiyaa fi magaalaa Finfinnee irraa ajjeefamuu koomishiinii poolisii Oromiyaa beeksise.

Itti aanaan hogganaa Koomishiinii poolisii Oromiyaa Koomishinar Girmaa Galaan ibsa miidiyaalee biyya keessaatiif g sabtii har’aa keennen  “naannichaatti ummata irraa namoonni 145, akkasumas qaamoolee nageenyaa irraa immoo namoonni 11, akkasumas namoonni 10 immoo magaalaa Finfinnee irraa ajjeefamanii jiru”jedhe.

Itti idaa’uunis namoonni 167 madaawuu fi namoonni 1,084 to’atamuu, Akkasumas yeroo ammaatti iddoowwaan jeequmsi turan tasgabbaa’uu ibse.

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button