Rabbin guddaan Akkas jedhe
Ø£ÙŽÙÙŽØَسÙبْتÙمْ أَنَّمَا خَلَقْنَاكÙمْ عَبَثًا وَأَنَّكÙمْ Ø¥Ùلَيْنَا لَا تÙرْجَعÙونَ
Kaayyoo malee akkanumatti bilaash waan isin uumne seetanii, isin gama keenya hin deebitan seetanii
Warra xiinxaluuf Aayaan kun ergaa guddaa qaba. Keessatti Rabbiin akka waan nu dinniinuuti. Edaa nuti taphaafi baacoof hin uumamne. Rabbi akka gabbarruuf uumamne.
Kaayyoo Duniyaa irra jiraannuuf qabna. Hanga barbaanne mormaa oolluus du’aan Duniyaa tanarraa gallee gama Rabbii keenyaa deebi’uuf jiraanna. Kaayyoo uumamneef galmaan gahuu keenya boru fuula Rabbii duratti irraa gaafatamna.
Assalaamu’aaleykum worahmatullaahii wobarakaatu Maashaa’allaa Maashaa’allaah maashaa’allaa yaa qopheessitoota Nuural hudaa Miindaa keessan Rabbiin Jannatul Firdoosiin isinii Haa godhu qubsuma keessan iinshaa’allaa kayrii nu yaadachiisuu keessaniif jzk
Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Jaza kalla wokeyraan
بسم الله الØمدلله اسلام عليكم ورØمة 💔
اللهم صل وسلم وبارك على نبينا Ù…Øمد 🌹
صلى الله عليه وسلم 🥀صلى الله عليه وسلم 🥀
Sallaallaahu aleyihi wasallaam
ماشاءالله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله تبارك الله جزاك الله خيرا 🌹
Maashaa Allaah tabaarakallaah jzk
Bayi’ee Bayi’ee galatooma heduu natti tolee yero baay’een isin Hordoftooa haaluma kanaan itti fufa isin Jaaladha Rabbif jecha â˜ï¸nuuf jiraadhaa Umrii dheertu bakka jirttan iti fii amaanillaah 🌹â˜ï¸