
Hadiisa Abuu Hureeyraan odeesse kan Muslim gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (saw) sahaabaadhaan akkana jedhan: “Mee wahiin isin gaafadhaa, osoo mana tokkoo keessanii dura lagni yaa’ee guyyatti yeroo shan laga kanarraa dhiqatee xuriin qaama isaarratti ni hafaa?” jedhanii gaafatan.
Sahaabaanis, xuriin takka irratti hin haftu yaa Ergamaa Rabbii jedhaniin.
Yeroo kana Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: “Kuni fakkii salaata shananiiti, Rabbiin akka bishaan xurii namarraa baasutti, salaata shananiin dilii namarraa haqa.”
عَنْ أَبÙÙŠ Ù‡ÙØ±ÙŽÙŠÙ’رَةَ ØŒ Ø£ÙŽÙ†Ù‘ÙŽÙ‡Ù Ø³ÙŽÙ…ÙØ¹ÙŽ Ø±ÙŽØ³Ùولَ اللَّه٠صَلَّى اللَّه٠عَلَيْه٠وَسَلَّمَ ÙŠÙŽÙ‚Ùول٠: أَرَأَيْتÙمْ لَوْ أَنَّ نَهَرًا Ø¨ÙØ¨ÙŽØ§Ø¨Ù Ø£ÙŽØÙŽØ¯ÙÙƒÙمْ ÙŠÙŽØÙ’تَسÙÙ„Ù ÙÙيه٠كÙلَّ يَوْم٠خَمْسًا ØŒ مَا تَقÙول٠: ذَلÙÙƒÙŽ ÙŠÙØ¨Ù’Ù‚ÙÙŠ Ù…Ùنْ دَرَنÙه٠قَالÙوا : لاَ ÙŠÙØ¨Ù’Ù‚ÙÙŠ Ù…Ùنْ دَرَنÙه٠شَيْئًا ØŒ قَالَ : ÙَذَلÙÙƒÙŽ Ù…ÙØ«Ù’ل٠الصَّلَوَات٠الخَمْس٠، يَمْØÙÙˆ اللَّه٠بÙه٠الخَطَايَا
0943872853