header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

Diinal Islaam salphaadha, ifirratti hin jabeeysinaa

Rasuulli (SAW) akkana jedhan:- “Diiniin kun salphaadha, namni tokkolleen diin kana hamma hisaabaa bahutti ifirratti hin jabeessin, hujuma teeysan sirritti bareechutti dhihaadhaa ajriidhaan gammachiifamaa”

حَدَّثَنَا عَبْدُ السَّلاَمِ بْنُ مُطَهَّرٍ، قَالَ حَدَّثَنَا عُمَرُ بْنُ عَلِيٍّ، عَنْ مَعْنِ بْنِ مُحَمَّدٍ الْØِفَارِيِّ، عَنْ سَعِيدِ بْنِ أَبِي سَعِيدٍ الْمَقْبُرِيِّ، عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ “ “” إِنَّ الدِّينَ يُسْرٌ، وَلَنْ يُشَادَّ الدِّينَ أَحَدٌ إِلاَّ Øَلَبَهُ، فَسَدِّدُوا وَقَارِبُوا وَأَبْشِرُوا،

Sahih al-Bukhari

Ergaan hadiisa khanarraa hubannu karaa sunnaa ergamaa kheenyaa akkuma inni ittiin dhufetti itti hordofuuf haa tattaafannuu; sanii achi niin dandaha faa ja’anii ifitti jabeessuun hin jiru. Waanuma ajajamne nama sirnaan gaggeeysu nu haa godhu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button