header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Eebba Kitaaba Seenaa Shanan Gibee geggeeffamaa jira

Kitaabni Seenaa Shanan Gibee jedhu kan Injineer Ustaaz Gaalii Abbaabooriin qophaa’e Sabtii har’aa, magaalaa Jimmma galma Yunivarsitii Jimmaa keessatti haala ho’aa taheen eebbiffamaa jira. Sagantaa eebbaa kanarratti Ulamaa’ota gurguddoo, munshidootaa fi ustaazonni baay’een affeeramanii irratti hirmaataa jiran.


Ulamoota fi du’aatota sagantaa kanarrati argaman jidduu Prezdaantii Majliisa Oromiyaa Shekh Hajjii Ibraahiim, Sheikh Amiin Ibroo, Ustaaz Anwaar Yuusuf fi Ustaaz Mas’uud Nuuraa keessatti argaman.

14 Comments

  1. Masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah Tabaraakalaa Tabaraakalaa Alaahu Akuubar Alaahu bayee namati tola rabbiin Aduunihaa fi Akiraa isiin haa mekesu Jazaa kaalahu Karan

  2. masha hallaa masha hallaa humurii kesaan rabii nuf hadheresuu sadarkaa kesan rabii olantuu jenataa hagodhuu ishaa haalaa

Comment

Back to top button