header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Makinaan Darasoota fe’attee imaluu ture gargaluun lubbuun nama 5 dabre

Makinaan Isuzu’n barattoota diinii (Darasoota) lakkoofsaan 20 ta’an fe’attee godina Arsii lixaa Saaguree irraa bahe gara Kofalee deemaa ture, guyyaa kaleessaa march 3,2021 naannawa magaalaa dodolaatti riqicha irraa gara galuun battalumatti barattoota diinii afuriifi dargaggoo tokko kan isaan waliin ture walumaagalatti lubbuun nama 5 dabruu gabafame.

Akkasumas namoota kaan irra ammoo miidhaa cimaaf salphaa dhaqqabee, hospitaalatti kan yaalamaa jiran tahuun beekkame.

Barattoonni kun sagantaa dhukkubsaachuu Aalima guddaa Sheikh Zubeeyri hordofuun, deeggarsa walitti qabuuf magaalaa  Saagureetti qophaa’e irratti hirmaatanii kan deebi’aa turan ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.

14 Comments

  1. انا لله وانا اليه راجعون

  2. inaa nillaahi wa’iina rajiihun yaa Raabii kiyyaa jenaata keettin baadhassiikaa atii 🤲🤲🤲😭😭😭

  3. أن إلا الله وإنا إليه راجعون اللهم صبر أهل 😭

  4. Asalamalekum woramatulaa wobarakatuu
    Rabin isanii haa araramuu kaa bayanii ranii nuu haa tisuu lubbu isanii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button