OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Kolleejjiin Islaamaa Iimaan barattoota 333 eebbisiise
Kolleejjiin Iimaan kan magaalaa Finfinneetti argamu, guyyaa hardhaa barattoota 333 kan sadarkaa dipiloomaa fi sartafikeetiin barsiisaa ture eebbisiise.
Sagantaa Eebbaa kana irratti, ulamoonni gurguddoon biyya keenyaa, maatiin barattootaa fi keessummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru.
Odeeyfannoo wal qabateen waldaan Islaamaa Iimaan guyyaa har’aa Hoteela Harmooniitti Konfiransii dhimma Zakaa irratti xiyyeeffate, Mataduree ‘Zakaan Jijjiirama bu’uuraaf’ jedhuun sadarkaa biyyoolessaa fi Idil Addunyaatti marsaa lammaffaaf geeggessaa jira.
Konfiransii kana irratti Zakaan wal qabatee qabxiiwwan gara garaa irratti hirmaattota waliin mariin kan godhame tahuun beekameera.
akkam nagayaa Alhamdulillaah iman college galmaahuun barbaada
masha Allah tabarakallaah 🥰🥰
masha Allah 🥰
093550
09355021
Maashaaallah
109706
mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa heduu namatii tolaa
darartu sabasib
maashaa Allaah tabarkalh heduu namti tolan
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah
baayyee nama gammachiisa
kollejjii kana seenuudhaaf ulaagaa nama gaafata
#galatoomaa isin jaalanna
Maashaa allaah Tabaarakaallaah ⤠baay’ee namatti tola baga gammaddanðŸ‘ðŸ‘ðŸ‘ðŸ‘
Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Allaahu akhbar allaahu akhbar
Mashaa Alhaa
0770841500
masha allah
maashaa Allah maashaa Allah
maashaa Allah maashaa Allah
maashaa Allah maashaa Allah
maashaa Allah maashaa Allah
jabaadhaa !.
mashalaa alhaa tabarekkaa alhaa
mashallhaa
Maashaa Allaah Baga Rabbiin kanaan isin gahe obboloowwan muslimaa qaqqaalii
Ammaar Aliyyii
aaaaaddd
77253100
Ati eysarraahi garuu maaliif adda
galatoomaa
Rahimaa
dat
mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla
alhamdulillah
mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah
nama hawisisaa wolahi
maashaallah tabarakalah baay.ee nama tola baga gammadani congratulations obbollewwani muslimaa💋ðŸ‘ðŸ˜ðŸ˜˜ðŸŒ¹ðŸŒ¹
Jaabadha, rabbiin, is in, hajabessu
mashaa Allah hedduu namati tolaa jabadhaa rabbiin isiin hajabeesu