Kolleejjiin Iimaan kan magaalaa Finfinneetti argamu, guyyaa hardhaa barattoota 333 kan sadarkaa dipiloomaa fi sartafikeetiin barsiisaa ture eebbisiise.
Sagantaa Eebbaa kana irratti, ulamoonni gurguddoon biyya keenyaa, maatiin barattootaa fi keessummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru.
Odeeyfannoo wal qabateen waldaan Islaamaa Iimaan guyyaa har’aa Hoteela Harmooniitti Konfiransii dhimma Zakaa irratti xiyyeeffate, Mataduree ‘Zakaan Jijjiirama bu’uuraaf’ jedhuun sadarkaa biyyoolessaa fi Idil Addunyaatti marsaa lammaffaaf geeggessaa jira.
Konfiransii kana irratti Zakaan wal qabatee qabxiiwwan gara garaa irratti hirmaattota waliin mariin kan godhame tahuun beekameera.
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee…
Qaamni ilma namaa hundi dalagaa uumameef qaba. Akkasuma qaamni hundi eega sa’aa dheeraaf dalagee booda…
Ilmi namaa seera uumamaa dhiisee seera ofii baaseen eega of bulchuu jalqabee booda nageenyi addunyaa…
Uumama Rabbiin keenya uume lakkoofne fixuu hin dandeenyu. Wanti hundi bifa fi sanyii garagaraa qaba.…
Ulaagaan bareedinni ittiin madaalamu seenaa addunyaa tanaa keessatti garaagarummaa qaba. Wanti waggoota 500 dura akka…