header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Baalee Roobee magaalaa Roobeetti sagantan Ijaarsa masjidaatiif galii waliitti qabu geggeeffame.

Guyyaa har’aa godina baalee magaalaa Roobeetti sagantaan mallaqa ijaarsa masjidaaf walitti qabu geggeeffame ooleera,

Barattootni Koollejjii barsiisota Roobee mooraa keessatti bakka itti salaannuufii akka itti salaannu yeroo dheeraaf dhoorkamnee rakkoon cimaan nurra gayaa jira jechuun sagantaa deeggarsa masjida ijaaruudhaa haala oowwaa dhaan gaggeeffataniiru.

Sagantaa kana irratti ulamootaafii daa’iiwwan ciccimoon kan argaman yammuu tahu, Isaan argaman keessaa

  • Sheekh Sa’iid Imaama masjida Nuur
  • Sheekh Abdussalaam Xaahir Aalima biyyaa
  • Sheekh Sulxaan Hawshorraa
  • Munshida kabajamaa Ustaaz Kamaal Heebbootiifii ulamoonni heedduun, akkasumas hawaasni hedduun hirmaataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button