header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Haaj Abdussamad Muhammad gara ganda Aakiraatti godaanan

INNAALILLAAHII WA’INNAA ILEEYHII RAAJI’UUN

Godina Jimmaa aanaa Saxxammaa magaalaa Gaatiraatti waggoota dheeradhaaf barnoota diin Islaam barsiisuun akkasumas hawaasa isaaniif tajaajiluun kan beekkamaan Aalimni guddaan Sheikh Haaj Abdussamad Muhammad Aadam (Sheikh Abdussamad Gaatiraa) guyyaa har’aa gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagahame.

Sheikh Abdussamad jireenya isaanii kan duuniyaatti, barnoota diin Islaam barsiisuu dabalatee rakkoo hawaasa isaanii adda durummaan hiikuun, namoota rakkaatan deeggaruun karaa adda addaatiin hawaasa isaanii tajajilaa turan.

Sheekh keenya Rabbiin Jannataan isaan haa qananiisu, Firaa fi fixaa isaanii, akka hawaasa muslimaaf ibsa hawwina!

13 Comments

  1. الله يرحمه ويغفر له ويسكنه فسيح جناته ويلهم أهله الصبر

  2. inanilahi woina ilahi irajuna yarabii Rahmata kee godhifii 🤲🤲😭😭😭😭😭

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button