Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, Sirna hajjii bara 1442 lammiilee Sa’uudii fi namoota biyyattii keessa jiraatan qofaaf kan hayyamame tahuu beeksise.
Lakkoofsi namoota Sirna hajjii bara kanaa irratti hirmaatanis Kuma 60 qofa akka ta’uufi akkasumas namoonni hajjii godhuuf jiran hundinuu warra talaallii Covid-19 fudhatan qofa akka tahan ibsame.
Related Posts
Weerara Covid 19 walqabatee bara dabres namoonni muraasni Sa’uudii keessa jiraatan qofti hajjii godhuun ni yaadatama.