OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii Barattoota 274 kan Tafsiira Qur’aanaa fi Afaan Arabaan leenjii keennafi ture Eebbisise
Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii barattoota Tafsiira (hiikaa) Qur’aanaa barsiisaa ture marsaa lammaffaaf, akkasumas barattoota Afaan Arabaa barsiisaa ture marsaa tokkoffaaf guyyaa kaleessaa June 20,2013 magaalaa Finfinneetti iddoo ulamoonni, keessummoonni fi maatiiwwaan barattootaa argamaniitti eebbisise.
Waldichi walumaagalatti barattoota 274 Tafsiira Qur’aanaatiin ji’oota 5’f marsaa lammaffaaf, Akkasumas barattoota Afaan Arabaa ji’oota 3’f leenjise marsaa jalqabaatiif eebbisisuu odeeynnoon ni addeessa.
Mashaa aallha tabark aallha mashaa aallha
Maashaa allaah! Jabaadhaa ittifufaa!
As wr wb akaamii nagaaha mashaa Allahaa jabaadha Rabin isiniin irraa haa jallatuu ustazotaa kenyaa du’aayii naafii godhaa rabbumaa jedhattii
001122
masha allah allahu akbaar rabbin itii isanii hadabaluu nulee rabbin ilmii dhuma in qabnee nuhaa kenuu
â¤â¤â¤
maashaa Allah
0597263856
mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa
296968
mashaallaah tabarakkaallaah
mashaallaa Rabbii umri iisiin haa dheeresuu
1234
maashaa allaah
maashaa allaah ammallee beekkumsa beekkumsarraan haadabaluuf.