header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baankiin Hijraa Damee Haaji Hasan Gammadaa Magaalaa Shaashamanneetti Eebbisise

Baankiiwwaan Islaamaa tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e Keennuuf biyyatti keessatti hundeeffamaa jiran jidduu, Baankiin Hijraa ji’oota muraasa dura hojii jalqabuu kan beeksisee ture yoo ta’u, guyyaa kaleessaa January 1,2022 damee isaa kan magaalaa Shaashamanneetti maqaa Aalima keenya guddaa Haaji Hasan Gammadaan baane eebbisise.

Sirna eebba baankiichaa guyyaa kaleessaa geggeeffame irratti Haaji Hasan Gammadaa dabalatee, ulamoonni Ustazoonni, akkasumas hundeessitoonni baankiichaa fi  keessummoonni birootis argamuun qooda fudhatanii jiru.

5 Comments

  1. isinilee ustaazota kenyafii wareen askesatii qodaa fudhataan martii jazaa keesan rabbi isiinif hakafaluu umrii nuf dheradhaa

  2. masha Allah rabbi bank kenyaa kana nu hagudisuu inshaa Allah gafaa tokoo itophiya mii adunyatuu sadarkaa qabachuf tesii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button