header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

lmaamotaa fi Du’aata Aanaa Dodolaa fi Naannawa isiitiif leenjiin kenname

Leenjiin mana marii dhiimmoota Islaamaa aanaa Dodolaatiin qophaa’e kun, adeemsa da’awaa, haala baruu fi barsiisuu barnoota islaamaa irratti kan xiyyeeffate yoo tahu, imaamotaa fi Du’aata aanaa Dodolaa fi naannawa isiitiif kenname.

Sagantaa kana irratti Aalimmaan, imaammanii fi hoggantoonni mana marii Islamummaaa Godina Arsii lixaa affeeramaniiru.

Keeysummoota sagantaa kana irratti argamuun qooda fudhatan jidduu Sheikh Abdulhakiim Haaj Huseenaa, Sheikh Habiib Huseen, Sheikh Abubakar Haajii, Ustaaz Amaan Guddataa (Abu Uweeysi), Sheikh Gazaalii H/Gahaa,  Abdallaa H/Muddee fi kanneen biroos argamaniiru.

3 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button