header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Ibiddaa Hospitaala Kooriyaa Kibbaa keessatti ka’een namni heddu dhume

Hospitaalli balaan ibiddaa kun keessatti uumame magaalaa Sejong tan magaalaa guddoo Se’ool irraa kiloomeetira 300 fagaattee argamtuutti yoo tahu, hanga ammaatti namoonni 41 ol kan du’an tahuufi akkasumas namoonni 70 ol tahan madahuu odeeyfannoon ni mul’isa.

 

Hoojjattoonni ittisa balaa Ibiddaa, balaa kana too’achuudhaaf tattaaffii cimaa kan godhaa jiran tahus, lakkoofsi namoota balaa kanaan miidhamanii dabaluu danda’a sodaan jedhu akka jiru himaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button