
Odeeyfannoo
Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Goorootti mormiin geggeeffame
Guyyaa har’aa December 1/2017 barattoonni mana barumsa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’ina magaalaa Ejersa gooroo, dhaadannoo adda addaa qabatanii hiriira bahuun mormii kan dhageesisaa oolan tahuu odeeyfannoon naannawa irraa nu gahe ni addeessa.