Gorsa

Irra Caaltuu Zikrii

“‹”‹Irra caalaan Zikrii halkaan Jummaa fi guyyaa Jummataa Salawaata. Nabiin (SAW) akkana jedhan:

“Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 isarratti buusa, cubbuu 10 irra haqa, sadarkaa 10 isaaf ol fuudha.

Sallallaahu Aleeyhi Wassalam.

NuuralHudaa 

Soora Qalbii Muslimaa

Related Articles

Back to top button