Qormaata

Qormaata Aqiidaa Kutaa 2ffaa

0%
68
Created on By nuuralhudaa

Aqiidaa

Qormaata Aqiidaa Kutaa 2ffaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

Category: Aqiidaa

1. Arshiin Rabbii eessa jira?

2 / 5

Category: Aqiidaa

2. Ulaagaan ibaadaan ittiin qeebalamtu maali?

3 / 5

Category: Aqiidaa

3. Rabbii fii Ergamaa Isaa jaalachuu kee maaliin mul'ista?

4 / 5

Category: Aqiidaa

4. Ayaatoota asii gadii keessaa Rabbiin aayaata tam keessatti na kadhaa isinii awwaadha jedhe?

5 / 5

Category: Aqiidaa

5. Tawhiid Asmaa Wassifaat jechuun maal jechu?

Your score is

The average score is 75%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button