Qormaata

Qormaata Seenaa Nabiyyootaa

0%
232
Created on By nuuralhudaa

Nabiyyoota

Qormaata Seenaa Nabiyyootaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

Category: Nabiyyoota

1. Nabiyyiin Rabbiin afaan Shinbirrootaa fi Bineensotaa barsiise eenyu?

2 / 5

Category: Nabiyyoota

2. Nabiyyiin Qur'aana keessatti hedduu dubbatame eenyu?

3 / 5

Category: Nabiyyoota

3. Nabiyyoota keessa kan hin dhalatin, garuu kan du'e eenyu?

4 / 5

Category: Nabiyyoota

4. Nabiyyiin hayyama Rabbiitiin nama du'e du'aa kaase kami?

5 / 5

Category: Nabiyyoota

5. Nabiyyiin Maryam haadha Nabi Iisaa guddise eenyu?

Your score is

The average score is 72%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

4 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button