Qormaata

Qormaata Teknoolojii

0%
0 votes, 0 avg
365
Created on By nuuralhudaa

Teknoolojii

Qormaata Teknoolojii

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

Category: Technology

1. iPhone jalqabaa akka lakkofsa awrooppaatti bara kam magaalaaf dhihaate?

2 / 5

Category: Technology

2. Meeshaan telefoonarratti sagalee namaa harkisu maal jedhama?

3 / 5

Category: Technology

3. Maqaan telefoona kanaa maali?

4 / 5

Category: Technology

4. Teknoolojii asii gadii keessaa kan Iskiriinni telefoonaa irraa hin tolfamne kami?

5 / 5

Category: Technology

5. Telefoona charge godhuuf karantii gosa kamiitu barbaachisa?

Your score is

The average score is 36%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Comment

Related Articles

Back to top button