Qormaata

Qormaata Qur’aanaa Kutaa 2ffaa

0%
36 votes, 3.4 avg
355
Created on By nuuralhudaa

Qormaata Qur'aanaa Kutaa 2ffaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

1. Suuraan Maqaa Muduraatiin moggaafamte suuraa tami?

2 / 5

2. Kitaabni Qur'aana keessatti ibsame kami?

3 / 5

3. Qur'aanni Aayaata Meeqa Qaba?

4 / 5

4. Seenaan Abrahaa kan inni ka'baa diiguuf duule suuraa kam keessatti ibsame?

5 / 5

5. Kan asii gadii keessaa kamtu maqaa Qur'aanaati?

Your score is

The average score is 76%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!

Comment

Related Articles

Back to top button