Qormaata Qormaata SalaataaAugust 13, 202200% 106 votes, 3.1 avg 682 12345 Created on August 13, 2022 By nuuralhudaaQormaata SalaataaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 51. Suuraan salaanni isii malee hin taanee tami? A. Al-Faatihaa B. Al-Ikhlaas C. An-Naas D. Al-Khawsar Rasuulli saw namni faatihatal kitaab hin Qara’in salaanni isaaf hin jirtu jedhan.2 / 52. Salaanni Maaliin Banamti/Eegalamti? A. Shahaadaa B. Qur'aana C. Takbiiraa D. Salaamata Salaanni Takbiiraan banamti. namni wayta salaataaf dhaabbatu Allaahu Akbar jedhee salaata eegala. santu bantuu salaataati.3 / 53. Du'aa'iin salaataan banan tan takbiiraa ihraamaa booda Faatihaa dura qara'amtu maal jedhamti? A. Du'aa'ul Istiftaah B. Takbiiratul Ihraam C. Al-Faatihaa D. Al- Witr Du’aa’iin salaataan banan tan takbiiraa ihraamaa booda Faatihaa dura qara’amtu “Du’aa’ul istftaah†jedhamti.4 / 54. Salaanni waajibaa meeqa? A. 7 B. 5 C. 14 D. 21 Salaanni Waajibaa 5. Fajr, Zuhr, Asr, Maghriib, Ishaah5 / 55. Salaanni Sunnaa boodaa hin qabne kami?Deebii sirrii hunda fili! A. Fajrii B. Zuhrii C. Asrii D. Maghriba E. Ishah F. Salaata iidaa G. Jum'aa Your score isThe average score is 77%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! August 13, 20220 Facebook WhatsApp Telegram Share via Email Print