Qormaata Qormaata Salaataa Kutaa 2ffaaAugust 21, 202210% 70 votes, 3.5 avg 546 12345 Created on August 21, 2022 By nuuralhudaaQormaata Salaataa Kutaa 2ffaaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 5Kamtu Ruknii Salaataati? 1. Deebii sirraa tahe hunda filachuu qabda A. Rukuu'a B. Sujuuda C. Niyyaa D. Du'aa'ii Seensaa Filannoowwan asii olitti tarreeffaman keessaa Rukuu'aa fii Sujuuda qofatu Ruknii salaataati.2 / 52. Arkaana islaamaa keessaa salaanni meeqaffaadha? A. 1ffaa B. 2ffaa C. 3ffaa D. 4ffaa E. 5ffaa Arkaana Islaamaa keessaa salaanni sadarkaa 2ffaa irratti argamti. 1ffaan Shahaadaa lameeni 2ffaan Salaata 3ffaan Zakaadha 4ffaan Sooma Ramadaanaati 5ffaan Hajjiidha3 / 53. Namni osoo rafu salaanni jala dabre maal godha? A. Sa'aa hirribaa ka'etti salaata B. Salaata san dhiisee miskiina tokko nyaachisa C. Sa'aa salaata itti aanuu eegee walitti qabee salaata D. Yoo hirribaan salaanni nama jala dabre Rabbiin irraa nama hin gaafatu. Namni Osoo rafu salaata dabarse sa'ama hirribaa ka'etti salaata. sa'aan sun sa'aa fedhe tahus, sa'ama inni hirribaa ka'e santu sa'aa salaataati.4 / 54. Salaanni Yoo roobni dide Salaatanii Rabbiin kadhatan maal jedhama? A. Salaatul Janaazaa B. Salaatul Istikhaaraa C. Salaatul Ghaa'ib D. Salaatul Istisqaa' Salaanni yeroo caamaa kadhatan salaatul Istisqaa' jedhama.5 / 55. Sunnaaleen salaata waajibaa waliin salaataman (Rawaatibni) meeqa? A. 2 B. 8 C. 12 D. 21 Rasuulli (saw) sunnaa salaata waajibaa waliin salaataman (rawaatiba)rak’aa 12 karaa godhan.Your score isThe average score is 71%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! TagsSalaataAugust 21, 20221 Share Facebook X WhatsApp Telegram
Masha,allaah heduu namatii tolaa jabadhaa halumaa kan itti fufaa jzk