header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Imbaasii Sa’uudii waliin mari’ate

Manni marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa imbaasii Sa’uudii waliin wal barnootaa fi Marii gaggeessuu Perezdaantiin M/M/Dh/I/Itiyoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahim himan. Imbaasiin Sa’uudiitii fi Manni marii dhimmoota Islaamummaa Qindoominnaan karaa itti waliin hojjachuu danda’an irratti kan mari’atan yoo tahu, gargaarsa Sa’uudiin misooma biyyaatiif godhaa jirtu irrattis galatoomfatanii jiru.

 

Gama birootiin hariiroo biyyi teenya Sa’uudii waliin qabdu karaa ittiin cimsuun danda’amuu fi, dhimma ijaarsa masjiida Najjaashii kan hawaasni Muslimaa ijaarsa isaa hawwiidhaan eegaa jiru irrattis marii jabaa taasisanii jiru. If duraafis hariiroo mootummaa Sa’uudii waliin qaban akkaataa itti fufuun danda’amu irrattis kallattii kaayuun marii kan goolaban tahuu odeeffannoon arganne ni addeessa.

 

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button