header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Huseen Roobaa Aakhirame.

Innaalillaahii Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun!!

Obboleessi Muslimaa Galmee Aman Asaffaa jalatti yakkamee hidhamee ture Huseen Roobaa Aakirame.

Huseen Roobaa galmee Amaan Asaffaa jalatti yakkamee hidhaan waggaa 6 itti murteefamee kan ture yoo tahu, Yeroo mana hidhaa keessa jiru dhukkubsatee hedduu dararamaa turuun isaa ni yaadatama. Eega mana hidhaa irraa hiikamee booda wa’aanaa turus , qadarri Rabbii gahee guyyaa sabatii February 3, 2018  aakhiramee, sirni awwaalcha isaatis guyyaa Alhadaa gaggeeyfamee jira.

Rabbiin Rahmata isaa haa godhu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button