header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara Emereets waliin mari’achuu beeksise

Jilli mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa kan Sheikh Hajjii Ibraahimiin durfamu, Itiyoophiyatti Ambaassaddara UAE waliin kan mari’ate tahuu beeksise. Marii kanarratti Durataa’aa majliisa federaalaa Sheikh Hajjii Ibraahiim, itti aanaa isaanii Sheikh Abdulkariim Sh/Bahraddiin fi barreessaa ol aanaa Sheikh Haamid Muusaa kan argaman yoo tahu, Itiyoophiyatti Ambaasaaddara United Arab Emirates kan tahan Obbo Muhammad bin Al Rashiid waliin mari’atanii jiru. Marii kanarratti, dhimma Islaamummaa irratti haala biyyoonni lameen waliin itti hojjatan irratti kan marihatan tahuu odeeffannoon arganne ni addeessa.

 

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button