Faarihaan Arkaana Salaataati. Faatihaa malee salaanni hin guutamu. fakkeenyaaf namni tokko raka'aa tokkoffaa keessatti suuraa faatihaa yoo irraanfate, wayta raka'aa 2ffaatiif ol ka'u raka'aa 2ffaa san akka raka'aa tokkoffaatti lakkaayuu qaba. raka'aan duraa sun akka waan hin salaataminiiti. raka'aa duraa akkasumatti dhiisee raka'aa 2ffaa tokko jedhee lakkaaya.
haaluma wal fakkaatuun yoo raka'aa 3ffa akeessatti suuraa faatihaa irraanfatee wayta 4ffaaf ol ka'u yaadate, raka'aan 4ffaa sun raka'aa 3ffaaa taati jechuudha.
Masha Allah jezakum Allah keyiran
Jazaakallahu
jzk
Rabbin issinirra ha jalattuu. Wan bareeda gootan. bakka namni dhufee irratti of madaluu fi barattuudha . Haala kanana nu dhiiyessuu keessaniif jazan keessa janatul furdosiin ha ta’u.
Jaazakalahu keeryaan????