Qormaata

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Waahee guyyoota kurnan zulhijjaa hangam beeyta? gaafilee muraasa kanaan beekumsa kee madaali

 

0%
4 votes, 4 avg
228
Created on By nuuralhudaa

Zulhijjaah

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Gaafilee guyyoota kurnan zulhijjaatiin wal qabatan bifa qormaataatiin.

1. Zulhijjaan akka Kaalaandara Islaamaatti ji’a meeqaffaadha?

2. Tawakkul jechuun maal jechuudha?

3. Nabiyyallaah Ibraahim (AS) haadha warraa isaa Hajar (AS) fi ilma isii dachii tam keessatti dhiisee biraa deebi’e?

4. Guyyaan ji’a zulhijjaa 8ffaan guyyaa maalii jedhamuun beekama?

5. Nabi Ibraahim (AS) ilma isaa gorra’uu akka qabu akkamitti beeksifame?

6. Muzdalifaan eessatti argama?

7. Guyyaan kurnaffaa kan ji’a zulhijjaa guyyaa maaliiti?

8. Magaalaan Baabiloon durii, ammaan tana biyya tam keessatti argamti?

9. Yawm al Arafaa kan jedhamu guyyaa meeqaffaati?

10. Waggoota keessaa irra caaltuun guyyootaa guyyoota kami?

Your score is

The average score is 69%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada qabdu nuuf gumaachi!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button