Obbo Hayilamaariyaaam gama Televiziyoona Itoophiyaatiin ibsa kenneen akka jedhetti gaaffiin taayitaa gaddi lakkisuuf dhaabbata isaatii fi ADWUI’n fudhatama akka argatee fi paarlaamaan biyyattiitis gaafii kiyya narraa qeebala abdii jedhu kan qabu tahuu ibse.